Yaadota gaarii

 

Guyyaa keessatti yoo xiqqaate wanti gaarrin tokko ni jiraaata kanaaf , barbaadii argadhu.

Wanta akka siif ta`u barbaaddu nama biraafis godhi.

Yaadaa fi ilaalcha gaarii hin taane gara ilaalcha gaariitti yoo jijjiirte jireenya gaarii

jiraachuu dandeessa.

Hunda jaalladhu, nama muraasa amani, nama kamittuu hamaa hin hojjetiiin.

Daftee adeemuu barbaadda taanaan qofa adeemi, garuu fagoo adeemuu barbaadda

taanaan gurmaayii adeemi.

Ni dogongorte jechuun waa yaalaa akka jirtu mul`isa.



Post a Comment

Previous Post Next Post