Dhaabbanni Ityoo-Telekoom Tajaajila ‘Teelee Kilaawud’ eegale
Tajaajilichi teekinooloojiin deeggaramuun oomishtummaa kan guddisu ta’uu itti gafatamtuun dhaabbatichaa Fireehiywoot Taammiruun ibsaaniiru.
Tajaajilli Teelee Kilaawud , wiirtuu daataa bakka tokko jiru fayyadamuun daldaltoonni battalumatti yeroo isaanii osoo hin qisaasiin tajaajila isaanii guddisuuf isaan dandeessisu dha. Akkasumas yeroo fi baasii sarvaroota bituuf, fe’uu fi kunuunsuuf bahu kan qusatu dha.
Tags:
Oduu